Genesis 41:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
mataani qaqallaani kaani, ka ila qabu, mimid'aago kaani liqimse. Hayyuuni damaqe, aka wonti sunini ch'ufti oobju arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hamaamoon torbaa ka quure sunniin hamaamoo torbaa ka ija guute babbareedaa sanniin liqimse; Fari'oon haga eebju'uu dammaqeen maayessa hin jeeqame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Unkuruurri qomore sun unkuruura midhaanii dadansaa san nyaate. Achiin duuba mootichi dammaqee, akka oojjuu teete beeke.