Genesis 42:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani d'uga teesani laala: anini maqa Faraotiini kakhad'a, aka isani haga oboleesa keesani diqaani d'uftaniti armaa iyyaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
eeganaa namoota dhuga'aa ta'uun keessan ka qoratamee laallamu kanaan, haga obboleessi keessan ka maandha'aa dhufutti maqaa Fari'ooniitiin kakadhaa isin asii hin baatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin amma tanaan qorqorantan: obboleessi keessan maandhichi haga as dhufutti, ani maqaa mootichaatiin kakadhaa, asii hin baatanu.