Genesis 42:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami toko deema, isa fuud'a, isani kaani inhid'ani, haga d'uga dubbi teesani arganiti. Yokhaani Maqa Faraotiini kakhad'a, isani dooyuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti isin jettan yoo dhugaa ta'e isin keessaa nama tokko erga'aatii obboleessa keessan qabatee haa dhufuu isin mana hidha'aa keessa taa'aa'a; yookaan ammo isin namoota lubbuu Fari'oonii gaadu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa nami tokko deemee obboleessa keessan fiduu ti. Wonni isin jettane dhugaa te'uu isi'ii haga qorqorantutti isin worri hafe hin hidhantan. Dubbiin teessan soba yoo teete, maqaa mootichaatiin kakadhaa, isin worra dooyu» jedhe.