Genesis 42:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya sadeeso Yusufuuni waan jed'eeni, Waan isani taatani, anini Waaqa sodaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa sadeesso'oo Yooseef, «Ani waan Rabbiin sodaadhuuf yoo uf oolchuu barbaaddan waan kana godhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa sadeesso'ootitti, Yoseef, isaaniin, «Ani nama Waaqa sodaatu waan te'eef, hin leetaniitii waan ani isinitti himu kana godha'a: