Genesis 42:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani nama d'ugaa taatani, nama toko hid'aansa keesati lakisa; isanini kaani sagale bita, worra keesani, ka garaachi fit'e, sunitini gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin yoo namoota dhuga'aa taatan isin keessaa namni tokko haa hidhamuu isin ammo deema'aatii beela mana keessaniitiif midhaaniin galadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin namoota addatamu yoo teetane, obboleeyyan teessan keessaa tokkochi as hidhaa keessatti hafuu ti; worri hafe maatii teessan ta beelowiisatti jirtu saniif midhaan ba'atee deemuu ti.