Genesis 42:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti Misiri mid'aani qabdi d'agaye, achi d'aqa nu bita, aka nu garaachaani inhobaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani akka biyya Misirii keessa qamadiin jiru dhagayeera; garas dhaqa'aa bita'aatii du'a nu oolchaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya Gibxi'ii midhaan akka jiru dhage'eera; nuuti akka hin duuneef, midhaan achii nuuf bita'a» jedhe.