Genesis 42:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba oboleesa keesani ka maand'atiini nati koota, aka akanaani d'ugaani teesani mullatte dooti isanii hanqattu. Worri dubbi tana ee jed'e
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa obboleessa keessan ka maandha'aatiin koottaa'a; yoo san isin namoota dhuga'aa taatan; hin duutanille'e» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba obboleessa keessan maandhicha as naa fida'a. Kanaan akka isin dhugaa dubbatiisatti jirtanu ani hin beeka, isinille hin duutanu» jedhe.