Genesis 42:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Reubeniini waan jed'e, Anini gaafasi, Waan tokole isa intolchina jed'e, ammo na ch'aqasu diddani. Amma gati d'iiga isaatiifi nu gaargalchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Roobeelillee «Ani mucaa hin miidhinaa isiniin hin jennee? isin ammo yoo san naa hin dhageenne; kunoo kanaaf dhiinni isaa nu soqa'aara» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ruuben, isaaniin, «Ani akka isin mucaa hin miine isinitti himeeraayyu; isin ammoo na dhage'uu diddane. Maarre nuuti amma waan isa irratti hunyeef gatii dhaggatiisatti jirra» jedhe.