Genesis 42:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni waan worri jed'e hubate, ammo worri aka inni hubate imbeekanne, waan afaani worra isaa deebisanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka Yooseef isaan dhagaya'aaru hin beenne; waan jidduu isaanii namni afaan hiiku jiruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef waan isaan jedhanu hin beekaayyu; isaan ammoo karaa nama afaan hiikuutiin isa woliin waan dubbatiisatti jiranuuf, akka inni dubbii isaanii beeku hin beenne.