Genesis 42:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni hojattu ufii yaame, Subba worra mid'aaniini guuta, duuba nama ch'ufa beese isaa subba isaati deebisaafi woreegale kennaafi jed'eeni; worri akasuma tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef qalqala isaaniititti midhaan akka buusaniif qarshii isaanii qalqala isaanii maratti akka deebisanii dhalee kara'aallee kennaniifiif ajaje; isaanillee akkuma inni jedhe san isaanii godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef akka qalqalluu isaanii midhaaniin guutanee, beesee isaan midhaaniif kaffalaneeranu deebisanee, subba tokko tokkoo isaanii keessa keyanee, galaalle galaasanuuf tajaajiltoota ifii ajaje.