Genesis 42:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Kanaaniti gara abba galani, waan tahani argani ch'ufa iti himani waan jed'ani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gara biyya Kana'aanii gara abbaa ufii gara Yaaqoobii galanii waan isaan irra gaye maraa abbaa ufiititti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa Kana'aanii gara abbaa ifii Yaaqoobii yennaa dhufane, waan isaan irra dhaqqabe mara isatti himane.