Genesis 42:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu qara oboleyaani kud'ani lamaati, abba tokotu nu d'ale, oboleesi keenna toko injiru, ammalle maand'ichi lafa Kanaani abba keenna birati hafe jenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nu ijoollee kudha lamman ilmaan abbaa tokkooti; tokko hin bade, ka maandha'aa ammo biyya Kana'aaniititti abbaa keenna woliin jira» jenneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti obboleeyyan kudhanii lama, ilmaan abbaa tokkoo ti. Obboleessi keenna tokkochi du'eera; tokkochi lafa kana'aanii abbaa keenna woliin jira› jenneen.