Genesis 42:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle namichi waan nuuni jed'e, Aki anini d'uga teesani argu akana: isani nami toko ha na woliini hafu, isaniini kaani mid'aani fud'ad'a worra keesani, ka beelti balleesite suniti geesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan biyyaa sun «Isin yoo worra amanamaa taatan obboleessa keessan tokkocha na biratti hambisa'aatii worra beelayanii mana jiraniif midhaan fida'aa; anillee kanaan isin beekaa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba bulchaan biyya Gibxi'ii sun, ‹Namoota addatamu te'uu keessan akka ani ittiin beeku, isin keessaa tokko na woliin turuu ti; worri hafe maatii teessan ta beelowiisatti jirtu saniif midhaan fuudha'aa deema'a.