Genesis 42:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani waan jed'eeni, Isani aka anini ilmaani tiyya ch'ufa d'abu feetani? Yusufuuni injiru, Simeonileeni injiru, amma Benjamini harkaa na fuud'u feetani? Jireenni ya na hammaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaanii Yaaqoobillee «Ijoollee na dhabsiiftan; Yooseefii fi Simoonillee hin jiran, Biiniyaamiinillee na jalaa fuudha'aartan; waan kana maraanuu ka rakkatu ana!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaanii Yaaqoob, isaaniin, «Isin akka ani ijoollee tiyya mara dhabu barbaaddanii? Yoseef hin jiru; Shimi'oonille hin jiru; amma Beniyaaminille fudhatanee deemuu barbaaddan. Tun martinuu anuma irratti teete» jedhe.