Genesis 42:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani ilmaani Yakobo, waan lafa Kanaanile beelti seenteefi, biyya d'ibi woliini mid'aani bitachu d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
biyya Kana'aaniititti waan beelli hammaateef ijoolleen Israa'elii worra midhaan bitan woliin dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Kana'aaniititti beelti waan buuteef, ilmaan Israa'elii kolbaa dhibii hedduu woliin midhaan bitatiisaaf gara biyya Gibxi'ii dhaqane.