Genesis 42:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni, ka gudda lafa Misiri nama lafa ch'ufa keesaa d'ufe mid'aani iti gurgure. Jennaani oboleyaani isaa d'ufte durati lafaa gajejette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef bulchaa biyya Misirii waan tureef banii adunyaa maraa irraa dhufanitti midhaan gurgura'aa ture; obboleewwan isaallee dhufanii haga kallachi isaanii lafa tuqutti gad jedhaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef bulchaa biyya Gibxi'ii waan te'eef, inni worra midhaan bitatiisa dhufuuf midhaan gurgursiisaayyu. Maarre obboleeyyan isaa gara isaa yennaa dhufane, isa duratti fuulaan lafatti gad jedhaneef.