Genesis 43:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato akana turu baanne, sila maro lamale ya yaane dachaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'u uduu haga ammaa turuu baannee silaa harka lamaa deebina» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti adoo turuu dhannee jiraannee, silaa haga ammaa yennaa lama achi geennee deebineerraayyu» jedhe.