Genesis 43:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Guddaani namicha isani naasisinna, aka inni Benjaminifi oboleesa keesani kaani gadi deebisu. Yo ilmaani tiyya d'abu male, ha d'abuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin waa maraa danda'u obboleessa keessan ka duraatii fi Biiniyaamiinillee akka isinii kennu namicha san garaa isinii haa laaffisu; ani ijoollee tiyya yoo dhabellee akkuma dhabetti taa'aa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan mara dande'u, namichi sun akka isin mararee, obboleessa keessan ka dhibii kaanii fi Beniyaaminille akka isiniif gad lakkisu godhuu ti. Ani ijoollee tiyya ka dhabu yoo te'e, dhabuu ti» jedhe.