Genesis 43:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni Benjamini worra birati arge jennaani waan hojattu isaatini jed'e, Worra kana mana kiyya geesa, arra saa jaa sagale woliini nyaanna, tanaafi hori qala, waan ch'ufa kurfeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef hennaa Biiniyaamiin isaan biratti arge ajajaa mana isaa ajajuun «Namoota sanniin mana seensis; qalii waa qopheessi; namoonni sunniin guyyaa na woliin haa nyaatanii» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef yennaa Beniyaamin isaan woliin jiruun dhagge, toowataa mana ifiitiin, «Namoota kana gara mana kiyyaa geessi. Isaan sagalee guyya'aa na woliin waan nyaatanuuf, horii tokko qaliitii qopheessi» jedhe.