Genesis 43:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba eegi worri Yakobo mid'aani Misiri galateeni kaani nyaate fit'e, Yakobooni waan ilmaani isaatini jed'e, Beena, dachaa, mid'aani diqo toko ammalle nuu bita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
midhaan biyya Misiriitii bitatan nyaatanii haga fixataniin maayessa abbaan isaanii Yaaqoob «Ammallee deema'aatii midhaan diqqoo biyya sanii nuu bitaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatiin Yaaqoobii midhaan isaan biyya Gibxi'iitii fidane san nyaatanee yennaa fixane, abbaan isaanii, «Ammalle gara biyya Gibxi'ii dhaqa'aatii midhaan diqqaa isaa nu'uuf bita'a» jedheen.