Genesis 43:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba karaati bulti miha hiikhanne jennaani nu namu beese qara mid'aaniini bitanne taani afaani subba keennati argine, beeseeni suni tokochi qubaleeni inhamne, amma layu sitiini d'umne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga hulee bullu geenne qalqala keenna yoo afaan bannu qarshiin keenna maruu afaan qalqala keennaa keessa jira; ammallee kunoo harkatti qabannee dhufneerra;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee bulletti ammoo, qalqalluu keenna hiinnee, tokko tokkoon keennaayyuu beesee midhaaniin bitanne akkuma jirtuun afaan qalqalluu keennaa keessatti dhaggine; amma beesee san deebinnee finneerra.