Genesis 43:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Iyyaaliina, insodaatina, Waaqi keesani, Waaqi abba keesani, beese teesani hegeri subba keesaniti deebise. Anini ufi tiyya beese teesani ya fud'ad'e jed'e, Simeoni worratiini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni «Nagawumaa hin sodaatinaa'a; Waandhi keessanii fi Waandhi abbaa keessaniif qarshii dhoffame qalqala keessanitti isinii kennee qarshiin kuunillee na gayeeraa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Toowataan sun, «Hin yaaddoyina'a. Hin sodaatina'a. Waaqi keessan, Waaqi abbaa keessanii, beesee qalqalluu keessan keessa keyeera. Ani kaffaltii teessan fudhadheera» jedhe. Achiin duuba inni Shimi'oon gara isaanii gad baase.