Genesis 43:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri waan Yusufu d'ufeeni kaani, aka saa jaa hojja inni d'ufu iti kennu, kurfeese. Wonti akanatiifi aka worri sagale isa woliini nyaatu ya iti himani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga Yooseef dhiyanaaf galuu akka dhiyana isa woliin nyaatan waan dhagayaniif kennaa harkaa qaban san qopheeffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka Yoseef woliin sagalee guyya'aa nyaatanu waan dhage'aneeranuuf, kennansa ifii isaaf kenniisaaf qopheessane.