Genesis 43:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nagaya worra fuud'e waan jed'eeni, Jaarsi abba keesani ka isani baantani kaani jira? Inni baraa fayyaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee nagaya isaan gaafatee «Jaarsi gaafa duraa natti himtan abbaan keessan sun nagaya jiraa? ammallee ima jiraa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef nageya isaanii gaafatee, «Jaarsi abbaan keessan sun attam? Haga ammaa hinuma jiraa?» jedhe.