Genesis 43:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo, abbaani keenna inuma jira, baraa fayyaa jed'ani durati gajejed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Garbichi kee abbaan keenna nagaya jira» jedhanii haga kallachaan lafa tuqanitti gad jedhaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Garbichi keeti, abbaan keenna, fayya'a; haga ammaalle hinuma jira» jedhaneen. Isaan ulfinna Yoseefiitiif, fuula isaa duratti lafatti gad jedhane.