Genesis 43:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni oboleesa isaa Benjamini, ka isaani garaa, arge jennaani waan jed'e, Ila, gurbaani isani baantani, ka oboleesa keesani kaani, kana? Waaqi si eebisinna, gurba kiyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ol jedhee ilma haadhaa ufii Biiniyaamiin argee «Obboleessi keessan ka maandha'aa ka natti himtan kanaa?» jedhee Yooseef Biiniyaamiin, «Mucaa kiyya Rabbi si haa eebbisu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef obboleessa tiruu ifii Beniyaamin yennaa dhagge, «Obboleessi keessan maandhichi ka isin marroo isaa natti hintane kanaa?» jedhee gaafate. Inni, Beniyaaminiin, «Ilma kiyya, Waaqi si eebbisu» jedhe.