Genesis 43:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani fuula d'iqate gabahe ufi d'owe, Sagale nuu baasa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa fuula dhiqatee obsee gara isaanii gad bayee waan nyaatan fidaa'a jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni fuula ifii dhiqatee, gad baye. Ifi qabatee, sagalee akka fidanu ajaje.