Genesis 43:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufu sagale kobaa baasani, oboleyaani isaale akasuma kobaa baasani, worra Misirile, ka achiti nyaatu kobaa baasani, wonti akanatiifi worri Misiri worra Ebraniatini woliini nyaachaani worraa falfala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaaf nyaata addatti, obboleewwaniillee addatti, worra biyya Misiriitiifillee addatti dhiyeessaniif; waan worri Misiriitii fi worri Ibrootaa woliin hin nyaanneef worra Misiriitiifillee addatti dhiyeessaniif; worri Misirii worra Ibrootaa woliin waa nyaachuu akka batti'iititti waan laalaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gibxooti worra Ibrootaa woliin nyaatiis tuffatama waan itti fakkaattuuf, Yoseefiif qorii takka'atti, obboleeyyan isaatiif qorii dhibi'itti, Gibxoota Yoseef biratti akka nyaatanuuf qorii dhibi'itti dhikeessane.