Genesis 43:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani Yusufu isati fuula deebisani tetesisani, akuma isiini d'aloota wolti aantuuni. Akasi argani jennaani woli mimilatani mamani maadefatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa afoo akka hangafaa maandha'aatitti teennaan namoonni maruu hin maalalfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan Yoseefii akkuma angafumma'aa fi maandhummaa isaaniititti, fuula isaa dura tetee'ane. Isaan baaseffatiisaan wol ilaalane.