Genesis 43:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo didde, nu iyyaanuyu, wonti akanatiifi namichi waan nuuni jed'e, Oboleesa keesaniini d'uftani male, fuula kiyya dura imbahiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati yoo obboleessa keenna nu woliin hin erginee hin dhandhu; ‹Obboleessa keessan qabattanii yoo hin dhufnee hin dhufinaa'a› waan nuun jedheef» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo isa hin ergin ammoo, bulchaan biyya sanii, ‹Obboleessa keessan fiddanee yoo hin dhufin fuula kiyya dura hin dhikaatina'a› waan nuun jedheeruuf, nuutille achi hin dhandhu» jedheen.