Genesis 43:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waan jed'eeni, Isani maafi namichaani, Oboleesa d'ibi qamna jettani na gaargalchitani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'elillee, «Maaf na miitan? nama sanitti, ‹Obboleessa biraa qabna› jettanii maaf himtan?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elille, «Isin obboleessa dhibii akka qaddanu namichatti hintanee, maaf rakkoo guddoo natti fiddane» jedhe.