Genesis 43:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Namichi waan worra keenna gaafate lakisu dide. Abbaani keesani inuma jira? Oboleesa d'ibi qabdu? nuuni jed'e. Nu gaafi isa gula akasi jenneeni. Nu akamiini beena, aka inni, Oboleesa keesaniini koota nuuni jed'u?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee akkana jedhaniin, «Namichi sun waan keennaa fi waan maatii keennaa «Abbaan keessan libbu'uun jiraa? obboleessa qabduu?» nuun jedhe; nullee woma inni nu gaafate deebifneef; akka inni ‹Obboleessa keessan fidaa'a› nuun jedhu beennaa?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Namichi marroo teennaa fi marroo maatii teennaa jabeessee nu gaafatee, ‹Abbaan keessan jiraa? Obboleessa dhibii qaddanii?› jedhe. Nuutille gaaffii isaa deebinne. Akka inni, ‹Obboleessa keessan as fida'a› nuun jedhu attam beekuu dandeenna ree?» jedhaneen.