Genesis 43:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dua jireenni isaa gubbaa tiyya. Yo anini nagayaani sii galche si dura ind'aabiini, haga jiru jireennale wollaali ha kiyya tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo deebi'ee mucaa kana sii hin finnee ati ana gaafattaa; bara kiyya guutuu ani nama si miidhe ta'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani wobii isaa hin te'a; isaaf itti hin gaafatama. Ani yoo deebisee isa si'iif hin fidin, bara le'ii tiyyaa mara na komadhu.