Genesis 44:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yusufuuni hojattu mana isaa qorqorattu yaame waan jed'eeni, Subba worraa, haga worri baachu dandau, guuti, beese nama ch'ufale subba keesa mid'aani gubbaa kayi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef hojjataa mana ufiitiin «Haga qalqalli isaanii danda'u midhaan buusii guutii qarshii nama maraatuu afaan qalqalaa keessa kaayii hidhiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef toowataa mana ifii ajajee, «Namoota kanaaf midhaan haga qalqalluun isaanii qabatuu dandu'utti itti guutiif; beesee tokko tokkoo isaaniille afaan qalqalluu isaanii keessa keyi.