Genesis 44:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami ch'ufti maro tokotu miha isaa harre iraa hiikhate subba ufii babane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu fe'aa ufii harriin ufii irraa hiikkatanii afaan qalqalaallee hiikan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan martinuu ariifatanee qalqalluu ifii lafatti gad buusanee hiikane.