Genesis 44:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi hojattuuni kaani subba nama ch'ufa ka angafa iti keeyate ka maand'atii d'aabe soqe barbaade, duuba muduunu subba Benjamini keesati arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qalqala ka hangafaa irraa jalqabee haga qalqala ka maandha'aa keessa soqee geeboo san qalqala Biiniyaamii keessatti arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Toowataan mana Yoseefii sun qalqalluu angafichaa irraa jalqabee haga qalqalluu maandhichaatitti findigee keessa barbaadee, qalqalluu Beniyaaminii keessatti muduunuu dhagge.