Genesis 44:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Yudafi oboleyaani isaa mana Yusufutiini bahani, inni manuma jira. Isa durati gadijennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudaanillee obboleewwan ufii woliin Yooseefiin bira dhaqe; hennaa sanillee Yooseef achuma jira; isaan martinuu dhufanii isa jalatti kufan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihuda'aa fi obboleeyyan isaa yennaa gara Yoseefii deebi'anee dhufane, Yoseef ammalle achuma jiraayyu; tanaaf obboleeyyan isa duratti fuulaan lafatti gad jedhane.