Genesis 44:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni waan jed'eeni, Hiyo, ani akasi imfed'u! Nama muduunu irati argani ch'allati tisse naa taha; isani kaani nagayaani abba keesaniti gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «Waan akkanaa kana hin godhu; namni geeboon harkatti argame garbicha naa haa ta'uu isin gara abbaa keessanii nagayaan deemaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef ammoo, «Ani ijjumaa tana hin godhu! Nama muduunuun irratti dhaggame qofatti garbicha kiyya te'a. Isin worri hafe nageyaan gara abbaa keessanii deebi'a'a» jedhe.