Genesis 44:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Muduunu tiyya ta qarsi, subba much'a maand'icha keesa, mid'aani gubbaa, beese isaa woliini kayi. Jennaani namichi akuma Yusufuuni iti hime kaani tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan qalqala mucaa diqqa'aa geeboo kiyya ka meetii irraa hojjatame ka ani itti dhugu keessa kaayi» jedhee ajaje; innillee akkuma inni jedheen godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muduunuu tiyya ta meetii irraa hujante, beesee inni midhaaniin bitate woliin afaan qalqalluu mucaa maandhichaa keessa keyi» jedhe; toowataalle akkuma Yoseef itti hime godhe.