Genesis 44:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani keenna waan nuuni jed'e, Niitiini tiyya Raheliini ijoolle d'iira lama ch'alla naa d'alte, imbeetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan keenna garbichi kee ‹Haati manaa tiyya ijoollee lamaa akka naa deette hin beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan kiyyalle nu'uun, ‹Niitiin tiyya Raahel ilmaan lama akka naaf deette hin beettan.