Genesis 44:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma aabbo, yo anini gurba male abba keennati gale, innileeni aka gurbaani nu bira, injirre arge, hojuma suni dua. Jireenni isaa gurba kana, yo isa d'abe dandae iraa inhafu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani amma yoo gara abbaa kiyyaa gara garbicha keetii deeme; inni yoo mucaa na biratti hin argine qalbiin isaa daa'ima irra waan jirtuuf akka daa'imni isaa nu woliin hin jirre yoo arge hin du'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maarre amma, gootta'a, ani obboleessa kiyya maandhicha woliin malee, gara abbaa kiyya tajaajilaa keetii yoo deebi'e, inni akka malee waan isa jaalatuuf,