Genesis 44:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini eesa gurba male dandae abba kiyyati gala? Gaargala hama ka sila abba kiyyati d'ufu obsu indandau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yoo kana ta'uu baate, mucaan yoo na woliin hin jirre, attamiin gara abbaa kiyyaa deebi'a? rakkoo isa irra gawu ani arguu hin barbaadu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mucaan yoo na woliin hin jiraatin, ani attam gara abbaa kiyyaa deebi'uu dande'a ree? Ani gadda abbaa kiyya irratti dhufu san ossatiisa hin dande'u» jedhe.