Genesis 44:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Aabbo, atini maafi dubbi akana tana nuuni jetta? Nu inkakhanna, aka waan akana kana intolchini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Gooftaa keenna; jecha akkanaa kana maaf dubbatta? nu garboonni kee worra waan akkanaa kana godhuu miti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan toowataa saniin, «Ati goottaa keenna, maaf waan akkanaa dubbatta? Nuuti waan akkasii tokkolle hunyee hin jirru!