Genesis 44:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu ufuftu beese onana subba keenna keesati garre, lafa Kanaaniti, sii deebimne, imbeeta; amma duuba akami qarsi yokhaani worqi mana abba keeti keesaa hanne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan afaan qalqala keennaa maraa keessatti argine qabannee biyya Kana'aaniitii kaanee gara kee deebine; attamitti mana gooftaa keetiitii birrii yookaan worqii hanna?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti beesee qalqalluu keenna keessatti dhaggineeyyuu biyya Kana'aaniitii finnee si'iif deebinneerra. Maarre nuuti mana goottaa keetii keessaa meetii yookiin worqii maaf hanna ree?