Genesis 45:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini lafa Gosheni keesa teete, anini dandae si qorqorad'a, ganni beela shani d'ibiti hafa, anini worra keetifi hori kanke ka beelaani hobau imfed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka hin rakkanne si'ii fi namoota mana keetii maraa, waan ati qabdu maraa hin nyaachisa; beelli woggaa shanii waan hafeeruuf» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle woggooti beelaa shan waan hatteef, ati, maatiin teetii fi horiin keeti akka hin beelonne, ani Gooshenitti waan isinii barbaachisu hin godha› jedha'aatii itti hima'a.