Genesis 45:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana isaniini ch'ufti, atileeni Benjamini, aka anini Yusufu ya argitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan kana ka isinitti dubbate ana akka ta'e isinii fi obboleessi kiyya Biiniyaamillee argitaniirtan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani afaan kiyyaan akka isinitti dubbadhe, isinuu dhaggitaneertan, obboleessi kiyya Beniyaamille dhaggeera.