Genesis 45:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka anini lafa Misiri keesa irre qabuufi waan agartani ch'ufa aabbooti hima. Duuba hurrisa, isa armaani koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ulfinna ani biyya Misiriititti qabu kanaa fi waan ijaan argitan maraa abbaa kiyyatti hima'aatii daddafa'aa abbaa kiyya as fidaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Gibxi'ii keessatti ulfinna guddaa attamii akka ani qabuu fi marroo waan dhaggitanee mara abbaa kiyyatti hima'a. Abbaa kiyyalle ariifadha'aa as fida'a» jedhe.