Genesis 45:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oduuni d'ufiisa oboleyaani Yusufu worra Farao geennaani Faraoni hojattuuni isaa gammadde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan Yooseefii akka dhufan mana mootummaa Fari'ooniititti dhagayame Fari'oonii fi worri baallii qaban hin gammadan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oduun dhufiisa obboleeyyan Yoseefii mana mootumma'aatitti yennaa dhage'ante, mootichi Gibxi'iitii fi qondaaltoti isaa akka malee gammadane.