Genesis 45:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faraoni waan Yusufuuni jed'e, Oboleyaani tanteetiini harrele faad'a, Kanaaniti gala jed'iini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oonillee Yooseefiin «Obboleewwan kee harriin fe'atanii gara biyya Kana'aanii akka galan isaanitti himi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi, Yoseefiin, «Obboleeyyan teetiin, ‹Geejjiba keessan fe'adha'aatii gara lafa Kana'aanii deebi'a'a.