Genesis 45:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abba keesanifi worra keesani ch'ufa fud'ad'a gadi godaana. Duuba fulla lafa Misiri ch'ufa keesa ira dansa isanii kenna, aka isani quuftani gabbattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
abbaa ufiitii fi maatii ufii qabatanii haa dhufanii; anillee eebba biyya Misirii maraa isinii kennaa; isinillee nyaata gayaa argattanii gammachu'uun jiraachuu hin dandeettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaa keessanii fi maatii teessan gara kiyya fida'a. Ani lafa Gibxi'ii keessaa ta irra caalaa dansa'aa isiniif hin kenna, isinille sagalee dansaa lafa sanii hin nyaattan› jedhi.